Luke 20:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti Seera Muuse'eetii fi moototi hayyootaa akka Yesuus mammaassa kana marroo isaaniitiif mammaake beekanee, yennuma san isa qabiisaaf barbaadane; ammoo kolbaa sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni isa qabu fed'ani hojuma suni, ammo biyya sodaatani; wonti akanatiifi aka inni mammaasa kana worraafi jed'e imbeekhani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallolee gugurdoo fi jarii seera beekuulleen, waan akka Yesus mammaassa kana warraaf jedhe beekuuf yoma sun isa qabuu fedhee, ammoo biyya sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee mammaaka kana akka inni isaaniif mammaake beekanii hennama san isa qabu'uuf barbaadan; haa ta'uu ammo gumii sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee mammaaka kana akka inni isaaniif mammaake beekanii, hennama san isa qabu'uuf barbaadanii, haata'uu ammoo gumii sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisonni seeraatii fi itti gaafatamoonni qeesotaa fakkeenna kana isaan irratti akka dubbate beekanii, yeroo sanitti isa qabu'uuf barbaadanii turan, garuu ummata ni sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti Seera Muuse'eetii fi sooreyyiin hayyootaa akka Yesuus mammaassa kana marroo isaaniitiif mammaake beekanee, yennuma san isa qabiisaaf barbaadane; ammoo kolbaa sodaatane.