Luke 20:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Baallii maaniitiin waan kana goota? Eentu baallii tana si'iif kenne? Nutti himi!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana nama barsiifta yokhaani eennuti jabeenna kana ch'ufa sii kenne? Nuti himi!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin jabeenna kamiin waan kana tolchita yokaan eennutti jabeenna kana cufa sii kenne? Nutti himi!” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mee ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookaan baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mee, «Ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookiin baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Jedhi mee nutti himi, wonittoota kanniin ka raawwattu angoo maali'iitiin? Yookiin kanniin akka raawwatuuf angoo ka siif kenne eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Baallii maaniitiin waan kana goota? Eentu baallii tana si'iif kenne? Nutti himi!» jedhaneen.