Luke 20:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo maltummaa isaanii dhaggee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni kiyyiba worraa arginaani waan jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo kijiba warraa arginaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo hameenna isaanii argee maaf na qorattan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo hameenna isaanii argee, maaf na qorattan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu daba isaanii beekee akkana isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo maltummaa isaanii dhaggee,