Luke 20:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Beesee ittiin bitaa gurgurattanu takkaa anatti mudhisa'a; misili'ii fi barreeffama eennuutitti irra jira?” isaaniin jedhe. Jennaan, “Ka mooticha worra Rooma'aati” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me, shilingi toko na agarsiisa. Matafi maqa eennuti irati t'aafisa qaba? Waan jed'ani, Ka Kaisari.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Me, qarshii tokko na garsiisaa! Mat. aa fi maqaa eennutti irratti barreessaa qaba?” jedhee jennaan, “Ka Qiisaarii” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee saantibii takkattii natti mudhisaa'a; biftinii fi barreeffamni isaa ka eennuuti? isaaniin jedhe. Isaanillee deebisanii, «Ka Qeesaariiti» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mee saantibii takkattii natti mudhisaa'a, biftinii fi barreeffamni isaa ka eennuuti? isaaniin jedhe. Isaanillee deebisanii, «Ka Qeesaariiti» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Mee qarshii isaa natti muldhisaa, qarshii kana irratti ka bocamee bifaa fi maqaan irratti barreeffame, ka eennuuti?» Isaan'llee, «Ka nugusa Rooma'aati» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Beesee ittiin bitaa gurgurattanu takka natti mudhisa'a; Fakki'ii fi barreeffama eennuutitti irra jira?» isaaniin jedhe. Jennaan, «Ka mooticha worra Rooma'aati» jedhane.