Luke 20:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus isaaniin, “Ka mootichaa mootichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni waan jed'eeni, Yoosi, waan Kaisari Kaisarii baasa, ammo ka Waaqa Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Yoos, waan Qiisaar Qiisaarii baasaa, ka Waaqaa Waaqaa baasaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre Yesuus, «Ka Qeesaarii Qeesaariif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre Yesuus, «Ka Qeesaarii Qeesaariif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Eegasuu ka nugusichaa nugusaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus isaaniin, «Ka mootichaa mootichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna'a!» jedhe.