Luke 20:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Saduqooti gariin, worri du'aa ka'iisi hin jiru jedhanu, gara Yesuusii dhufanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sadukayoni gari ta, Kaisi injiru jettu, gara Yeso d'ufte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saduqootii garii ta, du'aa ka'uun injirtu jettu, gara Yesus dhuftee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusiin waan du'aa ka'insaa worri waakkatan Saduuqoota keessaa gari gariin gara isaa dhufanii akkana jedha'aa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusiin waan du'aa ka'insaa worri waakkatan Saduqoota keessaa gari gariin gara isaa dhufanii akkana jedha'aa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Worri du'an hin ka'an» Saduqoonni jedhan gara Yesusii dhiyaatanii, akkana jechu'uun ni gaafataniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saduqooti gariin, worri du'aa ka'iis hin jiru jedhanu, gara Yesuusii dhufanee,