Luke 20:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Anille gaaffii tokko isin gaafadha;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Anileeni dubbi toko isani gaafad'a, nati hima!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo isanii deebisee, “Anilleen gaafii tokko isan gaafadhaa, natti himaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Misha'a, anillee ammo waan tokko isin gaafadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Misha'a, «Anillee ammoo waan tokko isin gaafadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Ani'llee gaafii tokko isin ni gaafadha, jedhaa mee naaf deebisaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Anille gaaffii tokko isin gaafadha;