Luke 20:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Worri biyya lafa tanaa hin fuudha, hin heerumalle'e;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, D'iirafi nad'eeni lafa tana wolfuuti;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraa deebisee, “Dhiiraa fi nadheen lafa tanaa walfuuti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Worri adunyaa tanaa hin fuudhan; hin heerumanille'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Worri adunyaa tanaa hin fuudhan, hin heerumanille'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Namoonni biyya lafa kanaa ni fuudhan wolitti'llee hin fuusisan'llee.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Worri biyya lafa tanaa hin fuudha, hin heerumalle'e;