Luke 20:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka ergantoota Waaqaa waan te'aneef, deebi'anee hin du'anu; waan du'aa ka'aneeranuufille ijoollee Waaqaa hin te'an.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka malaika jira, deebiani induani. Worri ijoolle Waaqati, waan duisa keesaa kaasaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii akka ergamtoota gubbaa jiraa, deebi'ee hindu'u. Warrii waan du'a keessaa kaassaniif ijoollee Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka Maleekkotaati; deebi'anii hin du'an; isaan waan ijoollee du'aa ka'an ta'aniif ijoollee Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan akka Maleekkotaati; deebi'anii hin du'an; isaan waan ijoollee du'aa ka'an ta'aniif, ijoollee Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka maleeyikkootaa waan ta'aniif hin du'an, du'aa'llee waan ka'aniif isaan Ijoollee Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka ergantoota Waaqaa waan te'aneef, deebi'anee hin du'anu; waan du'aa ka'aneeranuufille ijoollee Waaqaa hin te'an.