Luke 20:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseenuu, dabarsii marroo tusee gubattuu keessatti, Gootta'aan, ‘Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisihaaqii, Waaqa Yaaqoobii’ jedhee waan waameef, worri du'ane akka du'aa ka'anu mudhiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka worra due kaasani, Musaleeni, fulla waan gurbi bobeetu t'aafani taaniti ya agarsiise, gaafa inni waan Abbo dubbate, inni Waaqa Abrahamutiifi, ka Isaaqotiifi ka Yakobole jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka warra du'e kaasan, Muuselleen fulaa waan gurbii bobeettuu barreesse taanitti, waan Aabboo dubbatee, ‘Innii Waaqaa Abrahaam, ka Yisihaqiitii fi ka Yaaqoob’ jedhee ya garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri du'an akka ka'an Muuseen akkasuma saatoo gubatu keessaan Goofta'aan, ‹Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii› jechu'uun himeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri du'an akka ka'an Muuseen akkasuma saatoo gubatu keessaan Goofta'aan, ‹Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii› jechu'uun himeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee du'aa ka'iinssa worra du'anii garuu, Museen waayee ibidda ximmirro'oo seenaa dubbate keessatti Goofta'aan, ‹Waaqinni Abrahaamii, Waaqa Yishaaqii, Waaqa Yaaqoobii› Jedhee, waameenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseenuu, dabarsii marroo tusee gubattuu keessatti, Gootta'aan, ‹Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisihaqii, Waaqa Yaaqoobii› jedhee waan waameef, worri du'ane akka du'aa ka'anu mudhiseera.