Luke 20:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Martinuu isaaf jiraataa waan te'aneef, inni Waaqa worra jiraata'aati malee Waaqa du'ootaatii moti” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa nama duetiiniti, ammo ka worra jiruti; wonti akanatiifi nami ch'ufti isaafi jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Waaqaa warra du'eetiinitii, ammoo ka warra jiruuti, wantii akkanatiif namii cuftii isa biraatti hindoonee in jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Martinuu isaaf jiraattota waan ta'aniif, Inni Waaqa jiraattotaati malee Waaqa worra du'aniitii miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Martinuu isaaf jiraattota waan ta'aniif, Inni Waaqa jiraattotaati malee, Waaqa du'ootaatii miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni Waaqa jiraattotaati malee, Waaqa worra du'aaniitii miti, marrinuu isaaf lubbu'uun ni jiraatan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Martinuu isaaf jiraataa waan te'aneef, inni Waaqa worra jiraata'aa ti malee Waaqa du'ootaatii moti» isaaniin jedhe.