Luke 20:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti Seera Muuse'ee gariin deebisanee, “Barsiisaa, dansaa dubbatte” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Seera beekhu ka gari waan jed'eeni, Aabbo, aka dansa jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii seera beeku ka garii deebisee, “Aabboo, akka dansaa jette” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisota Seera Muuse'ee keessaa gariin deebisanii, «Barsiisaa'a! waan mishaa dubbatte» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barsiisota Seera Muuse'ee keessaa gari gariin deebisanii, «Barsiisaa'a, waan mishaa dubbatte» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisota seeraa keessaa tokko tokko, «Yaa barsiisaa! Mishaa dubbattee jirta!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti Seera Muuse'ee gariin deebisanee, «Barsiisaa, dansaa dubbatte» jedhane.