Luke 20:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
cuuphaan Yohaannis cuuphe Waaqa irraa moo, nama irraa dhutte? Natti hima'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Batisooni Yohana gubbaa d'ufte mo nama iraa d'ufte?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cuuphan Yoh. aannis Waaqaa irraa dhufte moo nama irraa dhufte?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee natti himaa'a! cuuphaan Yohaannisii Rabbiin irraa mo'o nama irra?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee natti himaa'a!, cuuphaan Yohaannisii Rabbiin irraa mo'o nama irra?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
cuuphaan Yohaannisii Waaqa irraa ture moo yookiin nama irraayyi?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
cuuphaan Yohaannis cuuphe Waaqa irraa moo, nama irraa dhutte? Natti hima'a!» jedhe.