Luke 20:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus, “Attamiin isaan, ‘Masiihiin ilma Daawwitii ti’ jechu'uu dande'an?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Nami akami, Kristoni ilma Daudi jed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Namii akkam, ‘Kiristoon ilma Daawit’ jechuu dandaa?” jedhe warra gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Namoonni attamitti, ‹Kiristoos Ilma Daawitiiti› jedhan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Namoonni attamitti, ‹Kiristoos Ilma Daawitiiti› jedhan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Attamitti Masihichiin ilma Daawiit isaan jedhaniin?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus, «Attamiin isaan, ‹Masiihiin Ilma Daawitii ti› jechu'uu dande'an?» jedhee isaan gaafate.