Luke 20:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Daawwiti ifiifuu kitaaba faaru'uu keessatti, ‘Goottaan Goottaa kiyyaan, ‘Haga ani diinota keeti ejjata miila keetii jala kewutti, midda kiyyatti tee'i’ jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Daudini kitaaba Faaru keesati waan jed'e, Aabbooni waan Abba kiyyaani jed'e, Gama harka kiyya ka mirga tai,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Daawitiiyyuu kitaaba Faaruu keessatti, ‘Waaqii Abbaa kiyyan, haga anin nyaapha kankee barcumaa miila keetii tolchuutti gama harka kiyya ka mirgaa taa'i’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mataan isaatuu kitaaba faaru'uu keessatti, Gooftaan Gooftaa kiyyaan, ‹Haga ani diintota kee lukaan akka ati irra ejjattu sii godhuuf, mirga kiyya taa'i› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawiti mataan isaatuu kitaaba faaru'uu keessatti, Gooftaan Gooftaa kiyyaan, ‹Haga ani diinota kee lukaan akka ati irra ejjattu sii godhuuf, mirga kiyya taa'i› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiiti mataan isaatuu bee kitaaba faarffanna'aa keessatti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ifiifuu kitaaba faaru'uu keessatti, «‹Goottaan Goottaa kiyyaan, «Haga ani diinota keeti ejjata miila keetii jala kewutti, midda kiyyatti tee'i» jedheera› jedhe.