Luke 20:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti, ‘Goottaa kiyya’ jedhee yoo isa waame, attamiin Masiihiin ilma isaa te'a ree?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudinu, Aabbo isaani jed'e; duuba Kristoni akami dandae ilma isaa taha re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daawitiiyyuu, ‘Aabboo isaan’ jedhee, duuba Kiristoon akkam danda'ee ilma isaa ta'a ree?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eega Daawiti, ‹Gooftaa kiyya› jedhee isa waame, attamiin Kiristoos Ilma isaa ta'uu danda'a ree?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eega Daawiti, ‹Gooftaa kiyya› jedhee isa waame, attamiin Kiristoos Ilma isaa ta'uu danda'a ree?»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega Daawiiti mataan isaatuu Gooftaa jedhee eega waameen, eegaa Masihichi Daawiitiif attamitti ilma ta'u'uuf, danda'a ree?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, ‹Goottaa kiyya› jedhee yoo isa waame, attamiin Masiihiin ilma isaa te'a ree?» jedhe.