Luke 20:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Nama irraa’ yoo jenne ammoo, kolbaan martinuu akka raagaa tokkootitti Yohaannis waan dhugeeffateertuuf, dhaka'aan nu tunti” woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nu, Nama iraa d'ufte jenne, nami ch'ufti d'akhaani nu had'a; wonti akanatiifi Yohana raaga sehani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo nu, ‘Nama biraa dhufte jennee, namii cuftii waan akka Yoh. aannis raagaa beekuuf dhakaan nu haadhaa’ waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Nama irra› yoo jenne ammo, gumiin dhaga'aan nu tuman; Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹nama irraayyi› yoo jenne ammoo, ummanni marrinuu nabiyyummaa Yohaannisii titti waan amananiif, dhaga'aan nu woqaran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Nama irraa› yoo jenne ammoo, kolbaan martinuu akka raagaa tokkootitti Yohaannis waan dhugeeffatteertuuf, dhaka'aan nu tunti» woliin jedhane.