Luke 20:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan, “Eessaa akka dhutte nuuti hin beennu” jedhanee deebisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri waan jed'eeni, Nu gara isiini d'ufteefi imbeennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii, ‘Nu gara isiin dhufteef hinbeennu’ jedhee deebiseef.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebisanii, «Garamii akka dhufe hin beennu» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebisanii, «Garam irraa akka dhufe hin beennu» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Eessaa akka ta'e hin beekinnu!» jechu'uun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan, «Eessaa akka dhutte nuuti hin beennu» jedhanee deebisane.