Luke 20:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Anille baallii maaniitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Anileeni jabeenna waan kana tolchuuni isaniti inhimu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Jennaan Yesusiilleen, ‘Anilleen jabeenna waan kana tolchuun isanitti hinhimu’ ” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Anillee baallii maali'iitiin waan kanniin akka godhe isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Anillee baallii maali'iitiin waan kanniin akka godhe isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Eegasuu ani'llee angoo maali'iitiin wonittota kanniin akka raawwadhu, isinitti hin himu!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Anille baallii maaniitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.