Luke 21:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Galma Waaqaa keessatti dureeyyiin subba kennansi itti kuufamu keessa, kennansa ifii buuttuun, Yesuus midhatee dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni olmillate jennaani dureeyi ta hori Waaqa baaftu arge,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus olmillatee jennaan, dureeyyii horii Waaqaa baaftu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yoo gara worra kennaa kenna'aaranii laalu dureeyyiin hennaa kennaa meeshaa buusi'ii keessa buusan arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gara kenna'aa midhatee, dureeyyiin hennaa meeshaa buusi'ii keessa buusan arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus ol jedhee yoo laalu dureesonni kennaa isaanii sanduuqa kenna'aa keessa kennaa yoo buusan, ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galma Waaqaa keessatti dureeyyiin subba kennansi itti kuufamu keessa, kennansa ifii buuttuun, Yesuus midhatee dhagge.