Luke 21:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni itti aansee, “Gosi gosatti, mootummaan mootumma'atti hin kaati;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan worraani jed'e, Gochiti gosaani wolhaati, lafti lafaani wolhaati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii warraan, “Gochii gosaan walhati, laftii lafaan walhati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san akkana isaaniin jedhe. «Baniin banii irratti; mootummaan mootummaa irratti hin ka'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san akkana isaaniin jedhe. «Gosti gosa irratti; mootummaan mootumma irratti hin ka'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, Ummanni ummata irratti, mootummaan mootummaa irratti ni ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni itti aansee, «Gosi gosatti, mootummaan mootumma'atti hin kaati;