Luke 21:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
tacho'i lafaa guddaan, beeltii fi dhukkubi hamaan addee adde'etti hin te'an; wonni sodaachisuu fi beessisi gugurdaalle ol-gubbaa irraa hin mudhatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafti guddo chochoti, fulla heddu beelafi d'ukubati d'ufa; waan nama mudamsisatifi akheekha guddati gubba mullata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
lafti guddoo chochooti, fulaa hedduu beela fi dhukkubaatti dhufa; waan nama muddamsisaatii fi akeeka guddaatti Waaqaa gubbaa mullata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raafamni lafaa guddaanii fi beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raafamni lafaa guddaaniif, beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka maratti'llee sochiin cimaan arddi'ii, beelaa fi weerarissi dhibe'ee ni ta'a. Wonittoonni sodaachisaanii fi malkattoonni ol aanaan, sami'itti ni muldhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tacho'i lafaa guddaan, beeltii fi dhukkubi hamaan addee adde'etti hin te'an; wonni sodaachisuu fi beessisi gugurdaalle ol-gubbaa irraa hin mudhatan.