Luke 21:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kunille karaa dhugaa anaa ittiin baatanu isiniif hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoi kuni yo isani Odu Dansa odeesitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo'ii kun yo dansaa isan oduu dansaa himtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee raga'aaf isinii ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee raga'aaf isinii ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee waayee maqaa kiyyaa ragaa bayu'uuf, carraa mishaa isiniif ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille karaa dhugaa naa ittiin baatanu isiniif hin te'a.