Luke 21:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Maan jennee falmanna’ jettanee akka hin yaanneef gadha'atti qabadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaa kutad'a, aka durati waan deebiftani ind'ind'insine;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka waan deebiftan hindhindhinsinee, duraattuu garaa kutadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu, ‹Maal jennee deebifna› jettanii garaa keessan keessatti hin dhiphatinaa'a. Kana qalbi'itti qabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu, ‹Maal jennee deebifna› jettanii garaa keessan keessatti hin dhiphatinaa'a. Kana qalbitti qabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waayee himannaa isin irratti dhiyaatu deebii kennitaniif sarddamuu akka hin qabnne, durssa'aatii hubadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Maan jennee falmanna› jettanee akka hin yaanneef gadha'atti qabadha'a!