Luke 21:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isiniin falmu tokkolle, isin dura dhabbatiisaaf, yookiin isiniin mormiisaaf ka hin dandeenne, waan dubbattanuu fi qarummaa, aninuu isiniif hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anati afaanifi qalbi isanii kenna, ta nyaapi keesani tokoleeni dandae morkeeni intufanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anaatti afaanii fi qalbii, nyaaphii keessan tokkoolleen danda'ee morkeenii hintuffanne isanii kennaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan diintonni keessan maruu isiniin mormu'uuf falmuu hin dandeenne afaanii fi ogummaa isinii kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan diintonni keessan maruu isiniin mormu'uuf falmuu hin dandeenne afaanii fi ogummaa isinii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Diinota keessan keessaa eennu'llee isa durana dhaabachuu yookiin isaan mormmuu ka hin danddeenne, afaanii fi ogummaa isaaf ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isiniin falmu tokkolle, isin dura dhaabbatiisaaf, yookiin isiniin mormiisaaf ka hin dandeenne, waan dubbattanuu fi qarummaa, aninuu isiniif hin kenna.