Luke 21:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyooti kun, ta barreeffante maraa akka muummottuuf, guyyoota adabbi'ii ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi kunini guyya haalo baafatani, ka waan t'aafani ch'ufa guutani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif kunin guyyaa haaloo baafatan, ka waan barreessan cufaa guutan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti barreeffame maruu akka raawwatamuuf kun hennaa haluu bayu'uu waan ta'eef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti barreeffame maruu akka raawwatamuuf kun hennaa haluu bayu'uu waan ta'eef,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee badii kanaatiif raaginni barreeffame akka raawwatamuuf, kun yeroo halo'ootii fi yeroo adabbi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyooti kun, ta barreeffante maraa akka muummottuuf, guyyoota adabbi'ii ti.