Luke 21:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyoota sanitti dubartoota ulfaatii fi hoosisaatiif aanne'e! Lafa tana irratti rakkinni hamaan, kolbaa tana irrattille mufiin hin dhutti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala nad'eeni gaafasi garaacha qabdu, yokhaani ta hoosiftu. Gaargali guddaani lafa tana d'ufe dalansuuni Waaqa gosa tana balleesiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargala, nadheen gaafasi garaacha qabduu, yokaan ta hoosiftuu. Gaargalii guddaan lafa tanaatti, dheekkamisii Waaqaa gosa tanaatti indhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san dubartoota ulfaatii fi haawwota harma hoosisanii hobbaasi. Rakkoon guddaan biyya lafaatii fi gumii irratti waan ta'uuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san dubartoota ulfaatii fi haawwota harma hoosisanii hobbaasi. Rakkoon guddaan biyya lafaatii fi gumii irratti waan ta'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti worra ulffaatii fi haawwotii harmma hoosisaniif uunsha'a! arddii irratti rakkinni ol aanaan ni ta'a, kanaan'llee ummata irratti, dallanisuun Waaqaa ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota sanitti dubartoota ulfaatii fi hoosisaatiif aanne'e! Lafa tana irratti rakkinni hamaan, kolbaa tana irrattille mufiin hin dhutti.