Luke 21:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Beessisi aduu, ji'aa fi urjoota irratti hin te'a. Bulpheessa abbaayya'aatii fi danbali'iitiin ka ka'e lafa irratti gosi duudiin sodaattee, waan gootu wollaalti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhati mullata adufi jiafi urji keesa. Lafa keesaleti gochiti ch'ufti ufi jibbaatti, maro gohannaafi d'awa galaana sodaataniifi waan tahani wollaalaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabree, “Akeekaatti aduu, ji'aa fi urjii keessa mullata. Lafa irraalleetti gochitii cuftii goohannaa fi dhawaa galaanaa sodaateetti waan taatuu wallaaltee ufi jibbaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Aduu, ji'aa fi urjii irratti, malkatatu ta'a. Lafa irrattillee worri Yihuudota hin taanee galaanaa fi laagaa haboonbolatti'iitiin mama'aa dhidhiphatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aduu, ji'aa fi Urjii irratti, «Malkatatu ta'a. Lafa irrattillee worri Yihuudota hin taanee galaanaa fi laagaa haboonbolatti'iitiin mama'aati dhidhiphatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Adu'uu fi ji'a, urjjiiwwan irratti'llee malkanni maalale'ee ni mulidhatan, arddii mara irratti'llee ummattoonni marrinuu qoonqqa naasisaa garba ciisa'aa fi danbali'ii irraa ka'een sodaatanii ni sarddaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Beessisi aduu, ji'aa fi urjoota irratti hin te'a. Bulpheessa abbaaya'aatii fi danbali'iitiin ka ka'e lafa irratti gosi duudiin sodaattee, waan gootu wollaalti.