Luke 21:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hunnooti ol-gubba'aa waan raafamanuuf, kolbaan waan biyya lafaa irratti dhufaaru sodaattee eegatiisaan hin gaggaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami naasuuni gagaba, yo waan lafati d'ufu heregu; wonti akanatiifi wonti gubba jira ch'ufti kara ufi iraa gorti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo waan lafaatti dhufaa herregu, naasuun gaggaba, wantii akkanatiif wantii gubbaa jiraa cuftii chochooteetti karaa ufii irraa gorti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonnillee waan adunyaa irratti dhufu sodaatanii eegu'uun dadhaban; waan hundeen sami'ii raafamtuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonnillee waan adunyaa irratti dhufu sodaatanii eegu'uun dadhaban. Waan hundeen sami'ii raafamtuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa irratti waan dhufu eeggachu'uun namoonni soda'aan ni jeeqaman, yeroo sanitti huminoonni sami'ii ni raafaman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunnooti ol-gubba'aa waan raafamanuuf, kolbaan waan biyya lafaa irratti dhufaaru sodaattee eegatiisaan hin gaggaddi.