Luke 21:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda'aan duumensa keessa dhufuun hin dhaggan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Ilmi Nama, ka jabeennaafi guddinnaani dumansa keesa d'ufu argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafas ilma namaa, ka jabeennaa fi ulfiinna guddaan duumansa keessa dhufu argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda'aan hennaa duumessaan dhufu hin arganiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda'aan duumessaan hennaa dhufu hin arganiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaan duubatti'llee Ilmi Namaa huminna ol aana'aa fi ulfinnaan, duumessa irraan yoo dhufu, namoonni ni arganiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda'aan duumensa keessa dhufuun hin dhaggan.