Luke 21:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kun maraa te'iisa yennaa jalqabu, fayyinni keessaan waan dhikaateeruuf, ka'aa dhaabbadha'aatii mataa keessan ol qabadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja wonti kuni qara taatu, mata olfud'ad'a, olmillad'a, baafami keesani ya d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo wantii kun qaraa taatuu, mataa olfudhadhaa, olmilladhaa, baafamii keessan ya dhi'aatee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa wonti kun ta'uu jalqabu sababaa fayyinni keessan dhiyaateeruuf ka'aa dhaabadha'aatii mataa keessan ol qabadhaa'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa wonti kun ta'u jalqabu sababaa fayyinni keessan dhiyaateeruuf, ka'aa dhaabbadha'aatii mataa keessan ol qabadhaa'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marrinuu ta'uu yeroo jalaqabutti fayyinni keessan dhiyaatee jiraatii, ol jedha'aatii gara olii laalaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun maraa te'iisa yennaa jalqabu, fayyinni keessan waan dhikaateeruuf, ka'aa dhaabbadha'aatii mataa keessan ol qabadha'a» jedhe.