Luke 21:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaanitti mammaakee, “Muka harru'uutii fi mukoota maraa ilaala'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime waan jed'e, Odafi mukha ch'ufa ilaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus mammaassa kana warratti himee, “Odaa fi muka cufaa laalaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime,« Muka hurbu'uutii fi mukkiin maruu yoo bayan argaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime, Muka hurbu'uutii fi mukkiin maraa yoo bayan argaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti ansee'llee Yesus fakkeenna kana isaanitti ni hime, «Haala muka harbbu'uutii fi mukkiin kaanniin'llee hubadha'aatii, laalaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaanitti mammaakee, «Muka harru'uutii fi mukoota maraa ilaala'a.