Luke 21:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni, “Ani dhugumaan isinitti hima, haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun isaan mara caalaa keessa buutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, D'uguma waan anini isaaniini jed'u, Niitiini hiyyeetiini tuni nama ch'ufa ira wo baafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Ani dhugumaan isanitti himaa, niitiin hiyyeetiin tun nama cufaa irra wa baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhugamaan isiniin jedha; dubartiin hiyyeettiin tun ka maraa caalu kennite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani dhugamaan isiniin jedha. Dubartiin hiyyeettiin tun ka maraa caalu kennite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun, maraa caalchifittee kennitee jirtti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Ani dhugumaan isinitti hima, haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun isaan mara caalaa keessa buutte.