Luke 21:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa baalli isaanii quunxuun dhaggitane, bonni akka dhikaate beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja baala baase, imbeetani aka ch'aamsaani d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo innii baala baase, akka caamsaan dhi'aate inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa munni kunniin baala baafachuu jalqaban laala'aa yoo san bonni akka dhiyaate hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa munni kunniin baala baafachuu jalqabani laala'aati, bonni akka dhiyaate yoo san hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
baalon isaanii yoo babayan yeroo argitanitti, bonni akka dhiyaate ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa baalli isaanii quunxuun dhaggitane, bonni akka dhikaate beettan.