Luke 21:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isinille, tun maraa teetuun yennaa dhaggitane, mootummaan Waaqaa akka dhikaatte beeka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma, hojja waan kana ka tahu argitani, aka Finni Waaqa d'iaate beetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma, yo waan kana ka ta'aa argitan, akka Mootummaan Waaqaa dhi'aatte beettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hennaa kun maruu ta'u yoo argitan jeennanni Rabbii akka dhiyaatte beekaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Hennaa isin kun maruu ta'u yoo argitan jeennanni Rabbii akka dhiyaatte beekaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan kun marrinuu ta'uu yoo jala qabeu yeroo argitanitti, Mootummaan Waaqaa dhufu'uuf dhiyaachuu isi'ii beekaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isinille, tun maraa teetuun yennaa dhaggitane, mootummaan Waaqaa akka dhikaatte beeka'a.