Luke 21:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaadaa, yennaa teessan balleessitanuun, guyyaan sun akka tiyyo'oo dedhuma akka isin hin qanne ifi eegadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegad'a, aka garaani keesani waan quuftaniifi waan, machitiifi d'ipu lafa tana inqulqulle, aka guyyaani suni aka t'urura tassa isani ira imbuune.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ammoo, akka garaan keessan waan quuftan, machiitii fi dhiphuu lafa tanaa hinheregne, akka guyyaan sun akka xuruuraa tassa isan irra hinbuune ufi eegadhaa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookaan jireenna lafa tanaatiif yaada'aa akka hin dadhabne, guyyaan sunillee dimmaa akka isinitti hin dhufne uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaada'aa akka hin dadhabne, guyyaan sunillee dimmaa akka isinitti hin dhufne uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Baayi'inna nyaataatii fi dhugaati'iitiin, machi'iin baashayu'uu fi waayee jireennaa biyya lafaatiif sarddamu'uun'llee, onneen keessan akka hin hadoonneef, ufi eeggadhaa! Kana ta'uu yoo dhabaate garuu guyyaan sun akka siibo'oo titti, dimmaa isin ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaadaa, yennaa teessan balleessitanuun, guyyaan sun akka tiyyo'oo dedhuma akka isin hin qanne ifi eegadha'a!