Luke 21:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan sun kolbaa lafa duudii irra leetu maraa irratti hin dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guyyaani suni nama ch'ufati d'ufa ka lafa ch'ufa keesa tau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii akkanatiif guyyaan sun nama lafa irra jiruu cufaatti dhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sun worra lafa irra jiran marattuu waan dhufuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaan sun worra lafa irra jiran marattuu waan dhufuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaan sun arddii irratti namoota arigaman maraa, dimmaa isaan ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun kolbaa lafa duudii irra leetu maraa irratti hin dhufa.