Luke 21:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan te'uuf jiru maraa jalaa bayiisaa fi Ilma Namaa dura dhaabbatiisaaf akka dandeettanu, ifi eegadha'aa, yennaa mara daadimadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa eegad'a, kad'ad'a, aka waan d'ufa kana ch'ufa jalaa baatani, Ilma Nama dura ejaanjattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo cufaa eegadhaa, akka waan dhufaa kana cufaa jalaa baatanii, ilma namaa dura ejaajjitan kadhadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu waan dhufu'uuf ta'u jalaa akka baataniif fuula Ilma Namaa afo'otti dhaabachuu akka dandeettan hennaa maraa jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu waan dhufu'uuf ta'u jalaa akka baataniif fuula Ilma Namaa afo'otti dhaabachuu akka dandeettan hennaa maraa jabaadha'aa faateffadhaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waan hamaa dhufu mara jalaayyuu bayu'uuf, huminna akka argatanii fi Ilma Namaa durana'llee dhaabachu'uuf akka dandeettan, kadhata'aa yeroo maraa jabaadhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan te'uuf jiru maraa jalaa bayiisaa fi Ilma Namaa dura dhaabbatiisaaf akka dandeettanu, ifi eegadha'aa, yennaa mara daadimadha'a!» jedhe.