Luke 21:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus guyyaa guyyaa Galma Waaqaa keessatti barsiisee, halkan halkan gara gaara ejersaa jedhamu gubbaa dhaqee bule.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa Yesoni Mana Waaqa keesati nama barsiise, ammalle lafti halkani geennaani inni d'aqe Gaara Ejersa jed'ani gubbaa bule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus guyyaa guyyaa Mana Waaqaa keessatti nama barsiisee, galgala galgala ammoo gara gaara, “Gaara Ejersaa” jedhanii dhaqee achi gubbaa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus guyya guyya'aan mana woyyuu keessatti barsiisa'aa ture. Halkan ammo gara gaara ejersa jedhamu gubbaa bayee bula'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessatti barsiisa'aa ture. Halkan ammoo gara gaara ejersa jedhamu gubbaa bayee bula'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus guyyama guyya'aan Mana Waaqeffanna'aa titti ni barsiisa ture, yoo dhiitutti garuu gara Gaara Ejerssa jedhamuu irra baya'aa, ni bula ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus guyyaa guyyaa Galma Waaqaa keessatti barsiisee, halkan halkan gara gaara ejersaa jedhamu gubbaa dhaqee bule.