Luke 21:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan martinuu dubbii isaa caqasiisaaf barii halkaniin kaatee gara Galma Waaqaa dhaqaa turte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganama nami ch'ufti kae Mana Waaqa d'aqe aka isa ch'aqasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii ganama ka'ee akka isa caqasu Mana Waaqaa yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin maruu isa irraa dhagayu'uuf obboro'oon gara Mana Woyyu'uu dhaqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin maruu isa irraa dhagayu'uuf obboro'oon gara Mana Woyyu'uu dhaqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni marrinuu Yesus yoo dubbatu dhageeffachu'uuf ganama obboro'oon, gara Mana Waaqeffanna'aa gara isaa ni dhaqan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan martinuu dubbii isaa caqasiisaaf barii halkaniin kaatee gara Galma Waaqaa dhaqaa turte.