Luke 21:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti gariin Galmi Waaqaa dhakoota dadansa'aa fi kennansa Waaqaaf kennameen attam akka seefame dubbatane. Yesuus ammoo,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nami gari waan Mana Waaqa hasau, aka d'akhaye dansaafi waan Waaqaa baasaniini bareesani, Yesoni waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo namii garii waan Mana Waaqaa, akka dhakaayyee dansaa fi akka waan Waaqaa baasaniin midhaassan, haasa'uu Yesus,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gari gariin, «Manni woyyuun kun attamitti bareeda? dhagaa babbareeda'aa fi kennaa Rabbiif kennameen midhaaffame» jedha'aa qaaqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni garii gariin, «Manni woyyu'uu kun attamitti barreeda? dhagaa babareeda'aa fi kennaa Rabbiif kennameen midhaaffame» jedha'aa qaaqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni tokko tokko, «Manni Waaqeffanna'aa kun attami bareeda'a? Dhagaayyii gatiin isaa gudda'aatii fi kennaawwan Waaqaaf dhiyaataniin, bareedanii jiran» jedha'aa, ni haasayan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti gariin Galmi Waaqaa dhakoota dadansa'aa fi kennansa Waaqaaf kennameen attam akka seefame dubbatane. Yesuus ammoo,