Luke 21:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Wonni isin dhaggitanu kun maraa, dhakaan tokochille wol irratti hin hafu; yennaan inni itti diigamu hin dhutti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ka isani argitani, guyyaani d'akhaani tokoleeni woli irati inhamne ind'ufa; ch'ufa gargari jissani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Guyyaan waan isan argitan kana cufa gargarii jissanii, dhakaan tokkkoolleen walirratti hinhamne indhufa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Kun ka argitan marrinuu dhagaan dhagaa irratti tuulamee yeroon itti hin hafinne ni dhufa, dhagaayyiin kunniin marrinuu guyyaa tokko, ni diigaman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wonni isin dhaggitanu kun maraa, dhakaan tokkolle wol irratti hin hafu; yennaan inni itti diigamu hin dhutti» jedhe.