Luke 21:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Barsiisaa, kun yoom te'a? Wonni kun te'iisaaf akka dhikaate beekiisaaf beessisi te'uuf jiru maan?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri isa gaafate waan jed'eeni, Aabbo, wonti kuni yoomi taati? Akheekha kamiti mullata hojja wonti kuni d'iaattu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yesusiin, “Aabboo, wantii kun yoom taati? Yo wantii kun dhiaattu akeeka akkamitti mullata?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Barsiisaa'a! eegasuu wonti kun yoom ta'a? Kunillee ta'u'uuf malkanni maali'i?» Jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Barsiisaa'a, eegasuu wonti kun yoom ta'a? Kunillee ta'uuf malkanni maali?» Jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Yaa barsiisaa! Kun ka ta'u yoom? Kun yeroon itti ta'u dhiyaachuu isaa malkanni ittiin beekinnu maali'i?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Barsiisaa, kun yoom te'a? Wonni kun te'iisaaf akka dhikaate beekiisaaf beessisi te'uuf jiru maan?» jedhanee gaafatane.