Luke 21:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Akka hin sobanne ifi eeggadha'a! Namooti hedduun, ‘Ani Kiristos, Yennaalle dhikaaterti!’ jedhaa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isin ammoo isaan hin hordofina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Eegad'a, aka isani insobamne. Wonti akanatiifi hedduti maqa kiyyaani d'ufe waan jed'u, Anini isa, ammalle, Hojjaani, ya d'iaatte. Worra akana kana gula indeemina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warratti himee, “Eegadha, akka isan hinsobne, nama hedduutti ‘Anin Kiristoo’ ammallee, ‘Fulaan ya dhiaatte’ jedhee, maqaa kiyyan dhufaa, warra gula hindeeminaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana jedhe, «Akka hin dogoggorre uf eeggadhaa'a. Hedduun isaanii, ‹Ani Kiristoos; barri dhiyaateera!› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isaan faana hin deeminaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana jedhe, «Akka hin dogoggorre uf eeggadhaa'a. Hedduun isaanii, ‹Ani Kiristoos, barri dhiyaateera!› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isaan faana hin deeminaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Akka hin dogoggorreef ufi eeggadhaa! Baayi'eewwan, ‹ani Kristos! Kunoo, yeroon dhiyaatee jira!› jedha'aa, maqaa kiyyaan ni dhufan, isaan'llee hin horddofinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Akka hin sobanne ifi eeggadha'a! Namooti hedduun, ‹Ani Kiristoos, Yennaalle dhikaateerti!› jedhaa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isin ammoo isaan hin hordofina'a!