Luke 21:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Woraanaa fi worraaqa kolba'aa yennaa dhageettane hin sodaatina'a! Wonni akkasii kun dursee te'uu male; ammoo muummeen yoosuma hin teetu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lolafi had'iisa, yo d'ageetani, insodaatiina; wonti kuni qara d'ufu malte, ammo muummeeni diqo ingeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lola fi hadhiisa, yo dhageetan, hinsodaatinaa; wantii kun qaraa dhufuu maltee, ammoo muummeen diqqqoo hingeenne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolaa fi wonta nama naasisu hennaa dhageettan hin nayinaa'a. Wonti akkasii sun duraan dursee waan ta'uuf. Haa ta'uu ammo dhumti baraa yoma san hin ta'u.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lolaa fi wonta nama naasisu hennaa dhageettani, hin nayinaa'a. Wonti akkasii sun duraan dursee waan ta'uuf. Haata'uu ammoo dhumti baraa yoma san hin ta'u.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee woraanaatii fi waayee jeequmssaa yeroo dhageettanitti'llee hin nayinaa, durssee kun ta'uun isaa ni mala, haa ta'u malee muummeen, bakkumatti hin ta'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woraanaa fi worraaqa kolba'aa yennaa dhageettane hin sodaatina'a! Wonni akkasii kun dursee te'uu male; ammoo muummeen yoosuma hin teetu» jedhe.