Luke 22:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jilti Daabboo Uukoo Hin Qannee, ta Jila Irra Dabarama jedhantu dhikaateertiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jilti Qit'a bukho inqamne, ta Pasaka jed'ani, d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jiltii Qixxaa Bukoo hinqamnee, ta Dabarsaa jedhan, dhi'aattee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Faasikaa jedhamu dhiyaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Faasikaa jedhamu dhiyaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Faasikaa ka jedhame ayyaanni Qixxa'aa guyyaan itti kabajamu dhiyaatee jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jilti Daabboo Uukoo Hin Qannee, ta Jila Irra Dabarama jedhantu dhikaatteertiiyyu.