Luke 22:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Yennaa gara qacha'aa dhaxxanee seentane, nami tokko okkotee bisaanii ba'atee isin hin wolde'a; isa gula gara mana inni itti galuu dhaqa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Hojja dira duuddani nama d'iira ka bute bisaani baatuuni baatani, isa gula yaa, haga mana inni seenu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii deebiseefii, “Yo dira duuddanii nama dhiiraa ka buttee bisaanii baatuun baatanii, haga mana innii seenuu isa gula yaa'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana isaaniin jedhe, «Gara qacha'aa hennaa seentan nama ottee bisaanii baadhate tokkotti dhuftan; gara mana isaa faana deemaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana jedheen gara qacha'aa hennaa seentan nama ottee bisaanii baadhate tokkotti dhuftan, gara mana isaa faana deemaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee akkana isaaniin jedhe, «Gara magaala'aa yoo aseentan kunoo, waabaa bishaanii namicha baadhate ni argattan, isa horddofa'aatii gara mana inni itti galuu dhaqaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Yennaa gara qacha'aa dhaxxanee seentane, nami tokko okkotee bisaanii ba'atee isin hin wolde'a; isa gula gara mana inni itti galuu dhaqa'a.