Luke 22:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaa manaatiin, ‘Kolloon keessumma'aa ta ani barattoota tiyya woliin sagalee Jila Irra Dabaramaa keessatti nyaadhu eessa jirti? Si'iin jedha barsiisaan’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan abba manatiini jettani, Aabbooni waan siini jed'u, Mani keessuma me, ka anini Pasaka jara kiyya woliini keesati nyaad'u?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaa manaatiin Aabboon, ‘Manii keessummaa, ka anin sagalee Jila Dabarsaa jara kiyya waliin keessatti nyaadhu meeti? Siin jedha’ jedhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa mana saniitiin, ‹Barsiisaan darasoota ufii woliin manni keessumma'aa ka hurbaata Ayyaana Faasika'aa itti nyaadhu eessa? siin jedha› jedha'aanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa mana saniitiin, ‹Barsiisaan darasoota ufii woliin manni keessumma'aa ka hurbaata Ayyaana Faasika'aa itti nyaadhu eessa? siin jedha› jedha'aanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa manaatiin'llee barsiisaan keenna, ‹barattoota kiyyaan woliin Irbaata Faasika'aa ka itti nyaatu manni boqannaa keessumma'aa eessa? Siin jedha› jedha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa manaatiin, ‹Kolloon keessumma'aa ta ani barattoota tiyya woliin sagalee Jila Irra Dabaramaa keessatti nyaadhu eessa jirti? Si'iin jedha barsiisaan› jedha'a.