Luke 22:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sa'aatiin geennaan, Yesuus ergantoota ifii woliin qori'itti hiiqee tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojjaani golola geennaani, Yesoni jara isaa woliini tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaan gololaa geennaan, Yesus jara isaa waliin taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sa'aatiin gaye Yesuus ergamtoota kudha lamaa woliin hurbaata'aaf taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa sa'aatiin gaye Yesuus ergamoota kudha lamaa woliin hurbaata'aaf taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatiin irbaataa yeroo gayetti Yesus ergamittootaan woliin nyaataaf ni taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saatiin geennaan, Yesuus ergantoota ifii woliin qori'itti hiiqee tee'e.