Luke 22:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Ani adoo hin rakkatin dura sagalee Jila Irra Dabaramaa isin woliin nyaatiisaaf guddoo halcheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Anini guddo d'arraa qaba, aka Pasaka tana isani woliini nyaad'u, ato ingaargaliini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Anin adoo hingaargallee, akka sagalee Dabarsaa tana isan waliin nyaadhu dharraa guddoo qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Rakkoo kiyyaan dura isin woliin hurbaata Ayyaana faasika'aa kana nyaatu'uuf guddisee halcheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Rakkoo kiyyaan dura isin woliin hurbaata Ayyaana faasika'aa kana nyaatu'uuf guddisee halcheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Rakkinna fudhachuu kiyyaan duranatti isiniin woliin Irbaata Faasika'aa kana nyaachu'uuf, haalaan ni hawwa ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Ani adoo hin rakkatin dura sagalee Jila Irra Dabaramaa isin woliin nyaatiisaaf guddoo halcheera.